Empowering the future through quality technical and vocational training.
Learn More Contact UsWe provide hands-on and quality training to prepare trainees for the workforce.
State-of-the-art lab equipped with the latest technology for practical learning.
Our experienced instructors are dedicated to trainees success and professional development.
immoo gaafa guyyaa 10/01/2018 ta'uu Akka Leenjifamtoonni beekan qophawan taasisaa
September 4, 2025Galmeen Buleeyyii gaafa guyyaa 26/12/2017 hanga Qaammee 5/2017 Akka galmooftan jedhamee ture hanga ammatti harcaatiin guddaan jira waan ta'eef Akka dhuftan galmooftan haa ta'uu
September 4, 2025namoonni ulaagaa guuttan beeksisa guyyaa boruu bahu irratti galmaa'uu ni dandeettu
August 18, 2025Simannaa Leenjifamtoota bara 2018 Galmee Jalqabnee jirra.
August 14, 2025Marsaaritii(Website) Kolleejjii Poolii Teeknika Shakkisoo Keenya Kana Fayyadamuun Adduunyaa, Biyya fi Kutaa Magaalaa Kamittiyyuu Teessanii Nu Horodofuu Dandeessu! Akkasumas Bakkuma Jirtanirraa Kollejjichaaf Deeggarsas Taasisuu Dandeessu!
August 8, 2025Kolleejjiin Poolii Teeknika Shaakkisoo Leenjifamtoota leenjisaa ture 228 eebbise.
Kolleejjiin Poolii Teeknika Shaakkisoo Leenjifamtoota leenjisaa ture 228 eebbise