Announcements
MGO
immoo gaafa guyyaa 10/01/2018 ta'uu Akka Leenjifamtoonni beekan qophawan taasisaa
Posted on 9/4/2025
Beeksisa Galmee
Galmeen Buleeyyii gaafa guyyaa 26/12/2017 hanga Qaammee 5/2017 Akka galmooftan jedhamee ture hanga ammatti harcaatiin guddaan jira waan ta'eef Akka dhuftan galmooftan haa ta'uu
Posted on 9/4/2025
Beeksisa keessa
namoonni ulaagaa guuttan beeksisa guyyaa boruu bahu irratti galmaa'uu ni dandeettu
Posted on 8/18/2025
Beeksisa
Simannaa Leenjifamtoota bara 2018 Galmee Jalqabnee jirra.
Posted on 8/14/2025
Ashamaa Hordoftoota Marsaaritii Keenyaa!
Marsaaritii(Website) Kolleejjii Poolii Teeknika Shakkisoo Keenya Kana Fayyadamuun Adduunyaa, Biyya fi Kutaa Magaalaa Kamittiyyuu Teessanii Nu Horodofuu Dandeessu! Akkasumas Bakkuma Jirtanirraa Kollejjichaaf Deeggarsas Taasisuu Dandeessu!
Posted on 8/8/2025
Eebba Leenjifamtootaa
Kolleejjiin Poolii Teeknika Shaakkisoo Leenjifamtoota leenjisaa ture 228 eebbisiise.
Posted on 8/6/2025